Contact Us  251118356799     info@oromiaurbanplanning.gov.et                   

  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansa IPMO fi Magaalotaa
  • Slide Background Image
    Pilaanii Magaalotaa
  • Slide Background Image
    IPMO Hooggantoota Inistiitiyuutichaa Sadarkaan Jiraniif Leenjii Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsu Kennaa Jira

                                   Mul’ata 

Bara 2017tti Giddu-gala qo’anno fi Qorannoo qophii Pilaani Magaalotaa ta’uudhaan pilaanii qulqullina qabu fi hammayyaa’a ta’e qopheessuun Magaalotni Naannichaa Pilaaniidhaan Hogganamanii bu’uura ce’umsa diinagdee ta’uudhaan jiru fi jireenyi uummata jijjiramee arguudha.

                            Ergama

Pilaanii Magaalotaa fi Giddugaleessa Guddina Baadiyyaa qulqullina fi hammayyummaa qabu qopheessuudhaan Magaalonni Naanichaa Pilaanii hojiirra oolchuudhaan misoomanii jiruu fi jireenya uummataaf mijataa fi dorgomaa ta’anii akka argaman gochuudha

             Duudhaalee hojii Inistiitiyuutichaa  (Organizational Core Values)

  • Itti gaafatamumma
  • Iftoomina
  • Tajaajila gahumsa qabu
  • Hirmaachisummaa
  • Jijjiiramaaf hojjechuu
  • Miira gareen hojjechuu( team sprit)

                         Toora Xiyyeeffannoo

  1. Pilaanii Magaalaa Ammayyaa’aa
  2. Gahumsa Humna Raawwachisummaa Magaalotaa
  3. Hordoffii  fi To’annoo Pilaanii Magaalotaa

 

Who's new

  • oromiaipm

Who's online

There are currently 0 users online.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+251118356799
  • Fax:-+25113691954 or +25113690565
  • E-Mail:info@oromiaurbanplanning.gov.et
  • Website:-www.oromiaurbanplanning.gov.et
  • Poostaa:- 1328/1250(OUPI/Calcali)

Miidiyaa Hawaasaa

                                         

  Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et