DAAYIREKTOREETOTA
Daayrektoreetii Hordoffi, Gamagamaa Odiitii Qophii fi Raawwii Pilaanii Magaalaa
Daayirektoreetiin Hordoffi fi Gamagamaa Qophii, Raawwii fi kenna Deeggarsa Teeknika Pilaanii Magaalaa fi Qophii Pilaanii Magaalaa aangoo mana hojii keenyaaf kennameef galmaan gahuuf adeemsaalee gurmeeffaman keessaa tokko yoo ta’u, hojiiwwan pilaaniin walqabatan instiitiyuutii pilaanii magaalota Oromiyaatiin hojjetamn jalqabaa hanga xumuraatti hordofuun maamiltootiinii fi dhimmamtootiin fayyadamoo akka ta’an kan hojjetaa jiruudha.
Haaluma kanaan, Daayirektoreetiin kun hojiiwwan hordoffii qophii fi raawwii pilaanii magaalaa, hojiiwwan deeggersa teekiniikaa magaalotaa fi bakka pilaaniin cabee argametti qo’annoo fi qorannoo barbaachisu taasisuudhaan tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata. Hojiilee kanneenis hojjechuudhaaf gareelee sadi (3)n qabachuudhaan gurmaa’ee jira. Isaanis:
Buusii
There are currently 0 users online.
Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et