DAAYIREKTOREETOTA
Daayirektoreetii Ji’oomaatiksii fi Qophii Kaartaa Bu’uuraa
Daayireektoreetii kun JBAH arman dura keessatti kan hin hammatamne fi akka hojii ijootti fudhatame caasaa mana hojii bara 2006 hojjetameen Adeemsa Hojii ijoo Remoot Seensiingii fi Qophii Kaartaa Bu’uuraa jedhamee fi qorannoo JEG tiin Daayireektoreetii qiyyaasaa jedhamuun kan hojjetaa jiru yemmuu ta’u qorannoo irra deebii JBAH kanaan Daayireektoreetii Ji’omaatiksii fi Qophii Kaartaa Bu’uuraa jedhamuun akka gurmaa’u ta’eera.
Daayirektoreetin kun wantii inni hojjeta jedhame yaadamu qo’annoo JBAH kanaan hojiiwwan Rimoot Seensiingii fi Qophii Kaartaa Bu’uuraa hojii baay’ee bal’aa ta’ee fi qophii pilaanii gosa gara garaatiif oolu danda’an kan hojjettuudha. Adeemsi hojichaa kaayyoo Inistiitiyutichi ittiin hundaa’e galmaan gahuuf gahee ol’aanaa qabaachuun isaa waan hubatameef Garee hojii lama (2) of danda’ee galtee (input), bu’aa (output) fi milkaa’ina (outcome) akka qabanitti ta’ee gurmaa’eera. Isaanis: -
There are currently 0 users online.
Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et