Contact Us  251118356799     info@oromiaurbanplanning.gov.et                   

  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansa IPMO fi Magaalotaa
  • Slide Background Image
    Pilaanii Magaalotaa
  • Slide Background Image
    IPMO Hooggantoota Inistiitiyuutichaa Sadarkaan Jiraniif Leenjii Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsu Kennaa Jira

 

Hordoffii Qophii fi Raawwii Pilaanii magaalotaa fi Kenna  Deeggarsa  Teekinikaa

PilaaniiMagaalota naannichaatiif qohaa’an haalaan hojii irraa ooluu isaanii yeroo yeroon hordofuu fi kenna deeggarsa teekinikaa magaalotaaf taasisuun dhimmoota ijoo Inistiitiyuutii PilaaniiMagaalotaOromiyaan raawwataman keessaa tokkodha. Inistiitiyuutiin Pilaanii Magaalota Oromiyaa hojirra oolmaa pilaanii magaalotaa irratti hordoffii taasisuun dhimmoota pilaanii magaalotaaf rakkoo fi hudhaa ta’an  adda baasuun magaalotaaf deeggarsa teekinikaafi tarkaanffii sirreeffamaa taasisaa jira taasisaas tureera.

Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota  Oromiyaa bara  hundeeffama isaa bara 1999 irraa  eegalee   hanga xumura  bara 2007tti  magaalota 491f hordoffii fi kenna deeggarsa teekinika pilaanii magaalota  oromiyaan kan taasifame yoo ta’u  bara 2008  irraa eegale hanga xumura bara 2012tti immoo  magaalota  674f hordoffii fi kenni deeggarsa teekinikaa  taasaifameera. Walumaa galatti magaalota1,165f Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaatiin Hordoffii Kenni deeggarsa teekinikaa taasifameera.

 

Who's new

  • oromiaipm

Who's online

There are currently 0 users online.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+251118356799
  • Fax:-+25113691954 or +25113690565
  • E-Mail:info@oromiaurbanplanning.gov.et
  • Website:-www.oromiaurbanplanning.gov.et
  • Poostaa:- 1328/1250(OUPI/Calcali)

Miidiyaa Hawaasaa

                                         

  Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et