Contact Us  251118356799     info@oromiaurbanplanning.gov.et                   

  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansa IPMO fi Magaalotaa
  • Slide Background Image
    Pilaanii Magaalotaa
  • Slide Background Image
    IPMO Hooggantoota Inistiitiyuutichaa Sadarkaan Jiraniif Leenjii Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsu Kennaa Jira

 

Pilaanii  Misooma Qe’ee  

Pilaaniin misooma qe’ee pilaanii caasawwaa ykn tarsima’aa magaalaaf qophaa’u hojirra olchuufjecha humnaafi haala yeroo gidduu galeessa godhatee kan qophaa’udha.Hoji irra kan ooluus haalaa fi turtii pilaanii caasawwaan ta’a.Pilaaniin caasawwaa tokko pilaanii misooma qe’ee hedduu of keessatti qabaachuu danda’aa. pilaaniin caasawwaa ykn tarsimawwaa tokko pilaanii misooma qe’ee haala labsii pilaanii magaalaatin gosa itti fayyadamaa lafa fi ol-ka’insa gamoo,daandii,bu’uuraalee misooma,sirna geejibaa,gurmaa’insa manneenii akaakuu qe’ee, naannoo magariisaa,fi bakka duwwaa, akkasumas haaromsuu,fooyyeessuu fi deebisanii misoomsuu magaalaa fi dhimmoota naannoo kan biroo kan of keessatti haammatuudha.Pilaaniin misooma qe’ee,turtii yeroo gabaabaa waggoota sadii hanga shan gidduu galeessa godhachuun tartiibaa fi qindoomina guddinaa irratti xiyyeefatee kan qophaa’uudha.

Inistiitiyuutiin Pilaanii Magaalota Oromiyaa bara hundeeffama isaa 1999 irraa eegalee hanga xumura bara 2007tti magaalota 26f Pilaanii misooma qe’ee  qopheessera  bara 2008 irraa eegalee  hanga  xumura bara  2012tti immoo  magaalota  55 walumaagalatti magaalota Naannoo keenyaa  81f   Pilaanii Misooma  qe’ee qopheesera.

Who's new

  • oromiaipm

Who's online

There are currently 0 users online.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+251118356799
  • Fax:-+25113691954 or +25113690565
  • E-Mail:info@oromiaurbanplanning.gov.et
  • Website:-www.oromiaurbanplanning.gov.et
  • Poostaa:- 1328/1250(OUPI/Calcali)

Miidiyaa Hawaasaa

                                         

  Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et