Contact Us  251118356799     info@oromiaurbanplanning.gov.et                   

  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansa IPMO fi Magaalotaa
  • Slide Background Image
    Pilaanii Magaalotaa
  • Slide Background Image
    IPMO Hooggantoota Inistiitiyuutichaa Sadarkaan Jiraniif Leenjii Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsu Kennaa Jira

 

Daayirektoreetii Qorannoo fi Qophii Pilaanii Misooma Qee’ee (LDP) fi Saxaxa magaalaa 

  Ibsa Daayrektoreetiichaa

Daayrektoreetii Qorannoo fi qophii piilaanii misomaa naannoo, daayrektoreetii ijoo Instituyutii Kaayyoon daayrektoreetii kanaa magaalota naannicha keessatti argamaniif qorannoo fiizikaala, hawaas dinagdee, riijinaalaa, haala nannoo  ji’olojikaalaa fi ispaashaalaa gaggeessuu fi pilaanii misoomaa nannoo, pilaanii caasawaa fi pilaanii misooma qe’ee qopheessuu dha.

Pilaanii misoomaa nannoo jechuun pilaanii magaalotaa nannicha keessatti argamanif turtii waggotaa 20 - 40 f qopha’uu ta’ee,

  • Ø  Iddowwan kooridarootaa misoomaa murtesso ta’an, waliti hidhamisaa magalotaa nannoo, haala itti fayadama lafaa, poolisii, stiiratejii fi taarsimowaan biyyatti fi nannoo irratti hunda’e kan agarisisuu
  • Ø  Waliti hidhamisaa baddiyaa fi magaalaa, magaalaa fi magaalaa kan agarsisuu
  • Ø  Iddoowan misomaa qabeenayaa ummamaa , iddowwaan saayitii industirii , iddowwaan , bu’uuralee misoomaa,  bishaan, neti woorkii, iddowaan albudaa, tuurisimii, hambalee fi kkf

Pilaanii caasawaa jechuun pilaanii magaalotaa nannicha keessatti argaman kan baayinni uummata isaanii 50,000 ol ta’aniif turtii waggaa 10f kan qopha’uudha.

Piilaani misooma qe’ee jechuun piilaanii caasawaa hojjii irra olchudhaaf jecha human fi haala yeroo giddugalessaa taasisuun kan qophaa’u, kutaa magaalaa tokko kan ta’e pilaanii qa’ee yoo ta’u hojii irraa kan oluus haalaa fi tuurtii pilaanii caasaawaa ta’a. Pilaanii caasawaa tokko pilaanii misooma qe’ee heduu qabachuu danda’a;

                                 BUUSUU

Who's new

  • oromiaipm

Who's online

There are currently 0 users online.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+251118356799
  • Fax:-+25113691954 or +25113690565
  • E-Mail:info@oromiaurbanplanning.gov.et
  • Website:-www.oromiaurbanplanning.gov.et
  • Poostaa:- 1328/1250(OUPI/Calcali)

Miidiyaa Hawaasaa

                                         

  Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et