Contact Us  251118356799     info@oromiaurbanplanning.gov.et                   

  • Slide Background Image
    Leenjii Hooggansa IPMO fi Magaalotaa
  • Slide Background Image
    Pilaanii Magaalotaa
  • Slide Background Image
    IPMO Hooggantoota Inistiitiyuutichaa Sadarkaan Jiraniif Leenjii Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsu Kennaa Jira

Who's new

  • oromiaipm

Who's online

There are currently 0 users online.

Juuriin Pilaanii Misooma  Caasawaa  Magaalaa   maqii Bara kana  irra deebiin   ogeessota   Inistiitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaan qoratamaa jiru  Sadarkaa mana hojiitti  hojjettootaaf  dhiyaatee  irratti mari’atamee jira .
Barbaachisummaan marichaa  qorannoon ogeessotaan qoratame  hojjettootaf dhiyaate  hojjettonni yaadaan  akka gabbisanii fi galtee hojiif ta’uu garee  qorannoof  akka kennaniifi pilaaniin qophaa’aa jiru kunis  qulqullina  barbaadamuun  qophaa’ee magaala  akka qaqqabuuf ta'uu ibsameera.
Mata duree qorannoowwan mariif dhiyaataniis:-
  Qorannoo  haala  naannoo (  Regional  Study)
 Qorannoo Seena  (History)m
  Qorannoo  fiizikaalaa   ( Pysical  study)
 Qorannoo naannoo ( Enviromental study)
 Qorannoo  jii’oloojii  ( Geological study)
 Qorannoo  hawaasummaa ( Demographic Study)
  Qorannoo diinagdee  ( Economic Study)
 Qorannoo Direenjii   ( Drainage study)
  Qorannoo  Ispaashaalaa ( spatial study) dha.
Qorannoowwan dhiyaatan kunneen irratti yaadnii fi gaaffiin mana keessaa qoranicha gabbisan ka’anii kan  irratti mari’ataera.juuriin  sadarkaa mana hojiitti dhiyaate erga   galtee yaadaan gabbatee booda  sadarkaa magaallattis dhiyaatee  hojiirra kan oolu ta'a.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-+251118356799
  • Fax:-+25113691954 or +25113690565
  • E-Mail:info@oromiaurbanplanning.gov.et
  • Website:-www.oromiaurbanplanning.gov.et
  • Poostaa:- 1328/1250(OUPI/Calcali)

Miidiyaa Hawaasaa

                                         

  Copyright @2024 by Oromia Urban Planning Institute| www.oromiaurbanplanning.gov.et